header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

BREAKING: Prezdaantiin Aljeeriyaa Abdul’aziiz Butofliqaa taayitaa gad lakkise.

Prezdaant Butofliqaan kaleessaa April 28, 2019tti taayitaa kan gad lakkisu tahuu ibsee ture. Haata’u malee dhiibbaa ummata biyyattii irraa itti cimaa dhufe hordofuun galgala kana taayitaa gad lakkisuu beeksise.

Manguddoon waggaa 81 Abdul’aziiz Butofliqaa bara 1999 irraa eegalee waggaa 20 Aljeeriyaa hooggane.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button