OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Markazni Daarul Arqam barattoota Hifzii qur’aanaa barsiisaa ture eebbisisse

Markazni Daarul Arqam Kan magaalaa Baddeessaatti argamu guyya kaleessa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture kan eebbisiise yoo tahu, sagantaa eebbaa kana irratti Ulamaa’onni fi keeysummoonni naannawa sanii argamuu odeeyfannoo ni addeessa.