header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Alii Muhammad birraa gama ganda aakhiraa godaane

INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN

 

Artist Alii Muhammad birraa dhiheenya kana muuziqaa irraa tawbachuu isaa dubbatee ture. Dhibamee hospitaala Kabiir Huseen (Adaamaa General Hospital) keessatti wal’aanamaa kan ture yoo tahu, dhukkuba irraa dandamachuu dadhabee guyya har’aa November 6, 2022 gara ganda aakhiraa godaanee jira.

 

Rabbiin Tawbaa isaa irraa qeebalee rahmata isaaf haa godhu jenna. Maatii isaatiifis jajjabina hawwina.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button