OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Poolisoonni magaalaa Asallaa Barattoota Fayyaa Yunivarsiitii Arsii irratti reebicha raawwatan

Barattoonni ogummaa Fayyaa Yunivarsiitii Arsii guyyaa har’aa komii gama bulchiinsaa fi haala barnootaatiin wal qabate  dhageessisuuf hiriira kan bahan yoo tahu, poolisiin magaalaa Asallaa barattoota hiriira bahan irratti reebicha hamaa kan raawwate tahuun beekamee jira.

Haaluma kanaan barattoota 300 ol hiriira mormii irratti hirmaatan jidduu,  reebicha poolisootaatiin barattoonni heddu kan miidhaman tahuu odeeyfannoon arganne ni addeessa.

Comment

Related Articles

Back to top button