header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Markazni Furqaan Barattoota 130 Hifzii Qur’anaatiin Eebbisiise

Markazni Furqaan Godina Arsii Aanaa Dodolaa ganda Tulluu Alaawansootti kan argamu yoo tahu, yeroo dheeraaf waggaa waggaan barattoota isaa eebbisiisaa turee jirta. Haaluma kanaan bara kanas barattoota hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture 130 Sabtii kaleessaa April 20/2019 kan eebbisiise ta’uu odeeyfannoon ni addeessa.

Markaza Furqaan1

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button