header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Majlisni magaalaa Finfinnee, sirna awwaalchaa raawwatuuf namni 25 ol akka hin argamne beeksise

Qajeelfamoota labsii muddamaa mootummaan tatamsaa’a dhibee Koroonaa-vaayras ittisuuf baase jidduu, namni 4 ol dhimma kamiifuu walitti qabamuun dhorkamee jira.
Dhimma sirna awwaalchaatinis walqabatee haalli itti hayyamamuu kan jiru tahuu ibsame ture.
Haaluma kanaan Majlisni magaalaa Finfinnee tatamsaa’a dhibee kanaa to’achuuf iddoo awwalcha Muslimaa Kolfeetti argamutti, sirna awwaalchaa raawwatuuf namni 25 oli akka dhufuu hin qabne beeksise.

FB_IMG_1587491164840

4 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button