header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Korri Ulamaa’otaa milkiin xumurame

Korri ulamaa’otaa koree jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaatiin har’a magaalaa Finfinnee hoteela Sharaatan keessatti geggeeffame milkiin xumurame.

Sanadiin koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa muslimaa qopheesse, deeggarsa hirmaattota koraa harka caalu argachuun ragga’e. Haaluma kanaan Boordiin Majliisa ce’umsaa hujii itti aanu raawwachiisu filatamee jira.

 

ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR!

 

Kora ulamootaa1

5 Comments

  1. MashaAllaahii AllhuAkubaar wan bayyee daasiijedhu namaa gamachiisaa inshAllaahii nasriin Kan islaamaatii rabbiin umrii isaanii nufii,haadheerasutii Bayyeen gamaadeeraa kanaafuu nujiraadhaa olaabulaa Sinii jechatii As wr wb

  2. Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar Alhamdulillah yaa rabbi garu live maafi hin agarisifne

  3. Allahu Akubar
    Allahu Akubar☝☝☝👏👏👏👏
    Alahmdulilaah

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button