header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii rakkoon humna  Elektirkaa hamaan biyyattii muudatuu  ibse

Ministeerichi ibsaa kenneen akka jedhetti, Sababni dhiheessiin Elektirikii  biyyaatti keessatti addaan citaa jiruuf, bishaan elektirika gahaa maddisiisu hidhaawwan keessaa dhabamuu irraa kan ka’e tahuu beeksiise. Keessumattuu hanqina roobaa muudateen, hidha madda elektirikaa Gibee sadaffaatti kuusaan bishaanii hir’achuu ibsame.

Kanuma hordofuun tajaajilli  elektirkaa guutuu biyyaatti dabareen  kan kennamu tahuu ibse. Dabalataanis Ityoophiyaan elektirika Suudaan fi Jibuutii gurguraa turte kan dhaabde tahuu gabaafame.

 

One Comment

  1. baayee isiin jaalanna rabbiin jaazaa keessan isini haa kafalu. gaaffii qaba.tv nuuraalhuudaa frequency isa meeqa? jaazakallaahu keeyran.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button