header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Kaffaltiin Hajjii Bara Kanaa  birrii 78,150’tti gad bu’uu ibsame

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Sirna Hajjii bara kanaa ilaalchisee qophii godhaa kan jiru tahuu fi hanqinoota kanaan dura turan fooyyessuuf hojjataa jiraatuu beeksise.

 

Haaluma Kanaan dhimmoota hanga ammaatti  foyyeffaman jedhaman jidduu:

  1. Kaffaltiin sirna Hajjii Birrii 78,150.00tti gad buufamu
  2. Galmeen Hajjii Waxabajjii 1/2011 kan jalqabu tahuu
  3. Galmeen kan geggeeffamu waajjira mana marii dhimmoota Islaamaa Federaala qofatti tahuu
  4. Sababa hanqina yerootiif Calaliin mana marii dhimmoota Islaamaatti kan hin godhamne tahuu ibsame.

 

Manni Marichaa hujaajjonni bara kanaa qabxiilee ibsaman kana irratti hundaa’uun ammaa irra qophii akka godhanis dhaamsa dabarse.

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button