header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Haleellaa Aanaa Gumbii Bordodeetti raawwatameen lubbuun nama 7 galaafatame.

Godina Harargee lixaa aanaa Gumbii Bordooddee ganda Gumbii iddoo Gimjaabeetii jedhamuutti, haleellaa qaamolee hidhataniin guyyaa har’aa ummata nagayaa irratti raawwatameen lubbuun namaa galaafatamu gabaafame.

Haleellaa Kanaan namoonni 7 ajjeeffamuu fi 3 miidhamuu Odeeyfannoon Biiroo Dhimmoota Koomunikeeshiinii Mootummaa naannoo Oromiyaa irra argame ni addeessa.

Biirichi haleellaan kun qaamolee hidhataniin kan raawwatamedha jechuu alatti eessa akka dhufaniif eenyummaa isaanii hin ibsine.

 

One Comment

  1. Umanii kun sabaa afaarii an jirataa anaa gum
    bii bordodeetii umataa afartuu ajejaa kanaa rawatee

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button