header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
KaanaadaaOdeeyfannoo

Filannoo Paarlaamaa Kaanaadaa Wixata kaleessaa geggeeffameen Paartiin biyyattii bulchaa jiru injifate

Filannoo Kaanaadaa kaleessa geggeeffame kanaan Paartiin Liberals kan yeroo ammaa biyyattii bulchaa jiru barcuma muraasaan kan injifate yoo tahu, haaluma kanaan Justin Trudeau marsaa lammataatiif muummicha ministeera biyyattii tahuun itti fufa. Miidayaaleen biyyattii akka gabaasanitti, qabxii filannoo jalqaba irra baheen barcuma Paarlaamaa 338 keessaa Paartiin Liberals 158 kan argate yoo tahu, Paartiin Conservatives ammoo barcuma 121 argachuun sadarkaa lammataa irra jira.

 

Haata’u malee Paartiin Liberals kophatti biyyattii hogganuuf  sagalee wayyaba tahe wanta hin argatiniif, Paartii biroo waliin walitti qindaayuun mootummaa hundeessuun dirqama itti taha.

 

 

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button