header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

ODP fi ADP’n Paartii Badhaadhina Itoophiyaatti makamuuf Murteessan

Paartiilee miseensa ADWUI jidduu kan tahan, paartiin naannoo Oromiyaa bulchuu jiru ODP fi kan naannoo Amaaraa bulchuu jiru ADP’n, guyyaa har’aa adeemsa walitti makamuu paartilee ADWUI irratti mari’achuuf walgahii ariifachiisaa kan geggeessaan tahuu gabaafame.

Walgahii kana irratti Paartiileen naannoolee kun walitti baquu addichaa sagalee guutuun raggaasisuu fi paartii haarawa Badhaadhina Itoophiyaatti makamuuf kan murteessan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button