header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Sagantaan Eebba fi Tumsa Tv Nuuralhudaa Godina Arsii Magaalaa Sireetti geggeeffame

Sagantaan Eebbaa kun hawaasa muslimaa magaalaa aanaa Siree magaalaa Sireetiin kan qophaa’e yoo tahu, keessumoonni iddo gara garaa irraa dhufan fi hawaasni Muslimaa lakkoofsaan guddaa ta’e irratti argamuun qooda fudhatanii jiru.

Keeysummoota sagantaa kana irratti argaman jidduu
Ustaaz Abdurrahmaan Huseen(Xaalibuu Ridallaah)
Sheikh Abdallaah Idriis
Sheikh Muktaar Haaj Maammaa
Sheikh Mas’uud Nuuraa
Sheikh Siraaj Abdallaah
Munshid Mikaa’il Huseen
Sheikh Qasiim Huseen
Sheikh Muhammad Amiin Bulbulaa
Sheikh Abduljabaar Aalimaa
Sheikh Hajjii Aalima fi keeysummoonni hedduun biroottis argamu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button