header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Wixineen Seeraa Majlisni Labsiin Akka Hundeeffamu Gaafatu Miseensota Paarlmaaf Dhiyaatuuf

Korri Idilee miseensota mana marii bakka bu’oota ummata 16ffaa’n Kamiisa boru, galma Waajira Mummicha ministeeraatti kan geggeeffamu tahuu Paarlamaan Itoophiyaa beeksise.

Mana Marichaa kora kana irratti matadureewwaan gara garaa irratti kan mari’aatu yoo tahu, kaniin jidduu, wixinee seeraa manni marii dhimmoota Islaama Itoophiyaa labsiin akka hundeeffamu gaafatu ilaalchisee, Gabaasa Koree dhaabbii dhimma seeraa, haqaa fi Dimokrasii mana marichaa irraa dhiyaatu eega ilaalee booda kan raggaasisu tahuu beeksise.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button