header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Naannoon Sidaamaa Naannoo Kibbaa irraa fottoquun ifatti hundeeffame

Manni Maree Naannoo Kibbaa wal gahii ariifachiisaa Khamiisa har’aa geggeesseen Naannoon Sidaamaa ifatti hundeeffamuu labse. Manni marichaa wixinee seeraa angoo wal harkaa fuudhuuf qophaaye raggaasisuun, Naannoon Sidaamaa seeraan hundeeffamuu waraqaa ragaa kenne,
Ummanni Sidaamaa ji’oota muraasa dura zooniin isaanii gara naannoo akka ol guddatuuf sagaleen rifarandamiitiin kan mirkaneesse yoo tahu, haaluma kanaan har’a Waxabajjii 11/2012 irraa eeggalee mootummaan Naannoo Sidaamaa ifatti hundaayee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button