header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baatiin Zulhijjaa Arba’aa iftaanii jalqaba

Akka lakkoofsa Hijraatti arra Zulqi’daa 29, 1441( July 20,2020) jirra. Addeessi har’a waan hin mul’atiniif, Baatiin Zulhijjaa Arba’aa iftaanii July 22,2020 (Adooleessa 15,2012) jalqaba.

Haaluma kanaan Ayyaanni Iid al-Ad-haa Immoo Jimaata Adooleessa 24,2012 ( July 31,2020) irra kan oolu tahuu beekame.
Guyyoota 10nan ji’a ZulHijjaa gama duraatti argaman keessa Ibaadaan goonu mindaa guddoo qaba, Namni guyyoota kurnan kana soommanuuf qophii ta’e, Arba’aa iftaanii July 22,2020 ( Adooleessa 15,2012 ) irraa kan eegaluu danda’u tahuu isin yaadachiisna.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button