Dhiheenya kana Komishiinara Poolisii Federaalaa tahuun kan muudamee ture Obbo Yareed Zarihuun sabaaba dhibeetiin aangoo irra turuu akka hin dandeenye Muummicha ministeeratti kan iyyate yoo tahu, iyyannoon isaa fudhatama argatuun bakka isaa Obbo Zeeynuu Jamaal Komishiinara Komishiinii Poolisii Federaalaa tahuun muudamee jira.
You must log in to post a comment.