
Ergamaan Rabbii ( (SAW)) Akkas jedhan
- من عال جاريتَيْن ØØªÙ‘ÙŽÙ‰ ØªØ¨Ù„ØØ§ ،جاء يومَ القيامة٠أنا وهو .
وضمَّ Ø£ØµØ§Ø¨ÙØ¹ÙŽÙ‡ (رواه مسلم)
“anaafii namni ilmoo dubraa lama guddise jannata keessatti akka quba lamaan kanaati”(Muslimtu gabaase)
Abbaan intala dubraa karaa Rabbii irratti qaceellotti kunuunsee sababa guddiseef jannata seena. sikunuunsa
Abbaan worraatis caalaa namaa tahuu yoo barbaade ammas haadha warraa isaatiif nama gaarii tahuun dirqama.
خيرÙكم خيرÙكم لأهلÙÙ‡ وأنا خيرÙكم لأهلي (رواه بن ØØ¨Ø§Ù† )
Rasuulli ( (SAW)) Akkas jedhan
“Irra caalaan keessan kan worra ufiitiif caalaa ta’e; ani worra kiyyaaf irra caalaa keessan”
(Ibnu hibbaantu Gabaase)
Ilmi namaa hundi Rabbitti Aansee haadha isaa galatoomfatutti ajajame:
وَقَضَىٰ رَبّÙÙƒÙŽ أَلَّا ØªÙŽØ¹Ù’Ø¨ÙØ¯Ùوا Ø¥Ùلَّا Ø¥ÙÙŠÙ‘ÙŽØ§Ù‡Ù ÙˆÙŽØ¨ÙØ§Ù„Ù’ÙˆÙŽØ§Ù„ÙØ¯ÙŽÙŠÙ’Ù†Ù Ø¥ÙØÙ’Ø³ÙŽØ§Ù†Ù‹Ø§ الإسراء : 23
“Rabbiin dirqama godhe jira; isa malee gabbaruu dhabuu; Haadhaa fi Abbatti tola ooluu”
Rabbiin haqa isaatitti aansee haqa Haadhaa fi Abbaa yoo dubbatellee hayxi Haadhaa kan Abbaa irra harka sadihiin caala.
جاء رجلٌ إلى رسول الله ØŒ (SAW)) Ùقال: يا رسولَ Ø§Ù„Ù„Ù‡ÙØŒ من Ø£ØÙ‚ّ٠الناس٠بØÙØ³Ù†Ù ØµÙŽØØ§Ø¨ØªÙŠØŸ قال: Ø£ÙمّÙÙƒ. قال: ثم من؟ قال: ثم Ø£ÙمّÙÙƒ. قال: ثم من؟ قال: ثم Ø£ÙمّÙÙƒ. قال: ثم من؟ قال: ثم أبوك ( رواه البخاري)
Gurbaaan tokko Rasuulatti ØŒ (SAW)) dhufee “eenyutti tola oola”jedheen. Isaanis “Hadhateeti”jedhaniin. yeroo sadi itti deddeebi’e gaafatee jennaan “Haadhatee ammas Haadhatee ammas Haadhatee”jedhaniin; afraffaa irratti Abbaakee jedhaniin.
(Bukhaaritu gabaase)
Kun sadarkaa dubartiin Islaamummaa keessatti qabdu.
Yaa obboleettii islaamaa! sitti jallatuun dilii shirkitti aantu; sitti qajeeluun ammoo ibaadaa Rabbii tan sadarakaa duraa irratti argamtu irraayi.
Asallamu,aleyekum warahamatullahii wabarrakkatuhu mashallaa Allah tabarrakkaalla Allah jazan keyesan jannatuul firrdowosiin inshaallaah
Assalamu’aleeykum woraahmaatullah wobarakaatu
heddu isin jaaladha gaaruu asirraan malee isin argachuu hin dandeenye waan tokko tokko gaafadhus barbaadee ture garuu gara Application kanaan gaafii gaaffachuun hin dandaa’amu natti fakkatee
jajjabadhaa jazaan keessan Jannatal firdoowosa inshaa’allaah