header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
AfrikaaOdeeyfannoo

Magaalaa Finfinnee Masjida Taqwaatti, Ummanni Muslimaa duula Jibbaa Islamummaa fi Ergamaa Rabbii irratti Mootummaan Faransaayi jalqabe Balaalefate

Guutuu Addunyaatti ummanni muslimaa duula Jibbaa Islamummaa fi Ergamaa Rabbii irratti Mootummaan Faransaayi jalqabe Balaleefachuu fi akkasumas biyyoota Muslimaa hedduu keessaatti omishni Faransaay gabayaa irratti akka hin gurguramne lagachuun itti fufee jira.

Haaluma kanaan guyyaa har’aa Salaata Juma’aa booda hawaasni muslimaa lakkoofsaan hedduu ta’e, magaalaa Finfinnee Masjida Taqwaa kan naannawa Beetheeliitti argamutti, duula jibbaa Islamummaa Mootummaan Faransaayi Islamummaa irratti baane kana dhadannoo sagalee fi barreeyfama ol qabuun balaleefachuu Odeeyfannoon ni addeessa.

3 Comments

  1. As wr wb maashallah tabarak alla ba. Aye namati tola rabbin nama ergamaakenya arbasu hidhiisin numo akkanuman ergaa rasuula sollola WA. Alii wosollom guutu nuhaa godhu🤲

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button