Wanni ati barbaadde hundi eysa jirti beytaa? Harka Rabbii keessa jirti. Fuudhaa-heerumni kee, furmaanni waan ati yaadduu, carraan hojiitii fi Rizqiin kee, fayyaan tee harka Rabbii keessa jirti. Beekaa nu qormaatuuf qaqal’isa malee madda citii hin qabneetu Rabbi biraa yaa’a. Rabbiin muddaa furaadha.
Hanga yaannuu ol qabaataadha. Wanni barbaannu marti Rabbi bira samii keessa jirti. Gama Rabbii deebi’aa Istighfaara baay’isaa waan feetan achii gad roobsaa.
ÙˆÙŽØ¥ÙÙ† مّÙÙ† شَيْء٠إÙلَّا عÙندَنَا خَزَائÙÙ†Ùه٠وَمَا Ù†ÙنَزّÙÙ„Ùه٠إÙلَّا بÙقَدَر٠مَّعْلÙومÙ
Wanni tokkolleen kuusaan isaa nu bira tahu malee hin taane. Hanga beekkamaadhaan malees hin buufnu