header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjidaa fi Madraasaan Birrii miliyoona 5.2’n godina Jimmaa Aanaa Saxxammaatti ijaarame Eebbifame

Masjidaa fi Madraasaan  Fathi kan godina Jimmaa Aanaa Saxxammaa ganda Shanii Camariitti, lammilee biyya keenyaa Sa’uudii jiraataniin ijaarame kun, guyyaa kaleessaa Eebbifame.

Baasiin ijaarsa Masjidaaf bahe birrii miliyoona 1.5 yoo ta’u, madraasaa bilookii lama qabuuf immoo birriin miliyoona 3.7, walumaagalatti birrii miliyoona 5.2 kan xumuure tahuu fi baasiin kun lammilee biyya keenyaa Sa’uudii keessa jiraatan irraa argameen ta’uu Odeeffannoon ni addeessa.

Sagantaa Eebbaa guyyaa kaleessaa geggeeffame irrattis, ulamoonni fi Ustaazoonni iddoo garagaraa irraa afeeraman, akkasumas hawaasni Muslimaa naannichaa lakkoofsaan hedduu tahe argamu gabaafame.

14 Comments

  1. Aw. Wr. Wb. Namotaa rabbii Kara kheyri
    keessatii isin bobaase jirru . ji’a gudaa kana keessa nu gar garra . maasigiida ijaraanne kaadiimaa wan kafalitii dhabnee jirraa . 0916000596/0916122590

  2. mashaallah bayyee namati tolla yoo Kara rabbii irratti socho’an . rabbiin jazaa isanii haa debi’u. jazaa kumulaahuu keeyran .

  3. as wr wbtu mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah Allahu Akbar Allahu Akbar Allahu Akbar

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button