header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Balaa Makiinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun nama 15 dabre

Balaa Makiinaa Godina Wallagga Lixaa aanaa Gidaamiitti mudateen lubbuun nama 15 dabre

Balaan kun makiinaa ummata “Dolfiiniin”imaltoota 17 fe’ee magaalaa Naqamtee irraa gara Gidaamii imalaa ture, makiinaa fe’iinsaa Mandiirraa gara Finfinnee imalaa ture waliin , ganda Joogir iddoo Bulbul jedhamutti waliitti bu’uun lubbuun imaltoota 15 battalumatti dabre.

Namoota lubbuun dabre kana jidduu isaan 14 barattoota Yuunivarsitii Wallagga irraa bayanii gara maatii isaanii imaluu turan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button