header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Ibaadaa

Hadiisa Ergamaa Rabbii ((SAW)) kana hubadhaatii itti fayyadamuu yaalaa

Abuu Hurayraa (ra) irraa odeeffamee ni jedhe : Ergamaan Rabbii ((SAW)) akkana jedhan: “Yeroo ji’a Ramadaanaa irraa halkan jalqabaa argame sheyxaanonnii fi finciltoonni jinnii ni hidhamu. Hulaaleen ibiddaa ni cufamu; hulaan tokkollee hin banamu. Hulaaleen jannataa ni banamu; hulaan tokkollee hin cufamu. Lallabaan wahii ‘yaa nama toltuu barbaaddu kottu; yaa nama hamtuu barbaaddu dhaabbadhu’ jedhee lallaba. Rabbiin namoota ibidda irraa bilisoomfaman qaba. Kun halkan Ramadaanaa hunda keessa jira.” Tirmiziifi Ibn Maajaahtu gabaasan. Albaaniin hadiisicha sahiiha godhe.

ﻭﻋﻦ ïƒï‘ﻲ ﻫï®ï»³ï®ï“ ï»—ïŽï»: ï»—ïŽï»ï­ï³ï»®ï»ïï»Ÿï» ï»ª ï»ï» ï»° ïï»Ÿï» ï»ª ﻋﻠﻴﻪ ï»­ï³ï» ï»¢ : “« ï‡ï«ï ï»›ïŽï»¥ ïƒï»­ï»ï»Ÿï»´ï» ï” ﻣﻦ (SAW)ï»¬ï® ï­ï»£ï»€ïŽï»¥ ï»ï»” ïªï• ïï»Ÿï¸ï»´ïŽï»ƒï»´ï»¦ ﻭﻣï®ï©ï“ ïï»Ÿï ï»¦ ØŒ ï»­ï»ï» ï»˜ï– ïƒï‘ï»®ïï ïï»Ÿï»¨ïŽï­ ﻓﻠﻢ ﻳﻔ ï˜ï¢ ï»£ï»¨ï»¬ïŽ ï‘ïŽïØŒ ﻭﻓï˜ï¤ï– ïƒï‘ï»®ïï ïï»Ÿï ï»¨ï” ﻓﻠﻢ ﻳﻐﻠﻖ ï»£ï»¨ï»¬ïŽ ï‘ïŽïØŒ ﻭﻳﻨïŽï©ï»± ﻣﻨïŽï© ï»³ïŽ ï‘ïŽï»ï»² ïï»Ÿï¨ï»´ï® ïƒï»—ï’ﻞ ï»­ï»³ïŽ ï‘ïŽï»ï»² ïï»Ÿï¸ï® ïƒï»—ï¼ï®ØŒ ﻭﻟﻠﻪ ﻋï˜ï»˜ïŽï€ ﻣﻦ ïï»Ÿï»¨ïŽï­ ï»­ï«ï»Ÿï»š ﻛﻞ ï»Ÿï»´ï» ï” “» . “( ï­ï»­ïï»© ïï»Ÿï˜ï®ï»£ï¬ï»± ï»­ïï‘ﻦ ﻣïŽïŸï»ª ï»­ï»ï¤ï¤ï»ª ïï»·ï»Ÿï’ïŽï»§ï»² “)

Hadiisni kun hamilee Mu’uminaa baay’ee jabeessa. Kanaaf hamilee olaanaadhaan ji’a rahmataa fi araaramaa kana haa simannuu!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button