OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa
Aalimni guddaan biyya keenyaa Sheikh Haaj Abdussamad Muhammad gara ganda Aakiraatti godaanan
INNAALILLAAHII WA’INNAA ILEEYHII RAAJI’UUN
Godina Jimmaa aanaa Saxxammaa magaalaa Gaatiraatti waggoota dheeradhaaf barnoota diin Islaam barsiisuun akkasumas hawaasa isaaniif tajaajiluun kan beekkamaan Aalimni guddaan Sheikh Haaj Abdussamad Muhammad Aadam (Sheikh Abdussamad Gaatiraa) guyyaa har’aa gara ganda Aakiraatti godaanuun dhagahame.
Sheikh Abdussamad jireenya isaanii kan duuniyaatti, barnoota diin Islaam barsiisuu dabalatee rakkoo hawaasa isaanii adda durummaan hiikuun, namoota rakkaatan deeggaruun karaa adda addaatiin hawaasa isaanii tajajilaa turan.
Sheekh keenya Rabbiin Jannataan isaan haa qananiisu, Firaa fi fixaa isaanii, akka hawaasa muslimaaf ibsa hawwina!
الله يرØمه ويغÙر له ويسكنه ÙØ³ÙŠØ Ø¬Ù†Ø§ØªÙ‡ ويلهم أهله الصبر
ok
inanilahi woina ilahi irajuna yarabii Rahmata kee godhifii 🤲🤲ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜ðŸ˜
Asiya
en
112233
INNAA LALAHII WA. IIN ILEHII RAJUUN
Walloo sanbatee
123456789
innaa lillaahi wa innaa ileeyihi raaji’uun
innalilaahi wainna ileehi raji’uun Rabbiin jannataan haa gammchisu maati isaani Rabbiin haa
Inanilahii waa inaa ilyihii rajiun rabiin janatul firdoosii nu haa qubsisu inshaa Allah
Innaa lillaahi wa innaa ilayhi raajiuun. Rabbijannataan haaqananiisu.