Salawaata Buusuu

Irra caaltuun hojii ajaja Rabbii fi Malaa’ikaan akkasuma Mu’mintoonni irratti waliif galani. Sunis Muhammad irratti Salawaata buusuudha. Mee Aayata Suuraa al Ahzaab kana qalbisaa. 

*إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا*

*Dhugumatti, Rabbii fi Malaa’ikoonni Isaas Nabiyyii irratti Rahmata ni buusan. Yaa warra amantan, (isinis) Rahmata isarratti buusaa. Nagayaas akkaan (isarratti) buusaa.* 

Nagayaafi Rahamanni Ergamaa Rabbii Muhammad irratti haa bu’u.

NUURALHUDAA

Soora Qalbii Muslimaa

Comments
Loading...