header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Gorsa

Waan dubbannuufi hojjannu Rabbumaaf haa goonu

Gosoota Shirkii keessaa tokko Riyaa'(Garsiifata). Akka Rabbiin Garsiifata qalbii teessan keessaa dhiqu kadhaa. Waan dubbannuufi hojjannu Rabbumaaf haa goonu. Dubbii fi hojiin nama Garsiifataaf godhan Kasaaraa dha.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button