header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Gorsa

Sadarkaa nama fursiisuun qabdu

Hadiisa Zeyd ibn Khaalid al-Juhaniyyiin odeyseen ergamaan Rabbii(SAW) “namni nama Soommanaan oole fursiise, osoo ka Soommane sanirraa humaa hin irratin Ajruma akka isaa arkata.” ja’e. Tirmiziitu gabaase

– Kun caaloommina nama fursiisuun qabdu garsiisa. Yoo nama tokko fursiifte, Ajriin Soommana isaa guutuun siif dhaqa. Isa ka Soommane Ajriin isaa osoo hin tuqamin jechaadha. Kanaaf hoggaa furtu nama tokko afeertee yoo fursiifte, ati akka nama guyyaa lama Soommaneeti jechaadha. Nama 10 yeroo takkatti yoo fursiifte ammoo, Soommana ati oolchitee waliin akka nama guyyaa 11 Soommaneeti.

NUURALHUDAA

Soora Qalbii Muslimaa

Back to top button