header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Gorsa

Sadarkaa Soommanaa

Hadiisa Abuu Umaama al Baahiliin odeyseen Ergamaan Rabbii Muhammad(SAW) “karaa Rabbii keessatti namni guyyaa tokko Soommane, Rabbiin isaafi ibidda(Jahannam) jidduu hallayyaa godha. Hallayyaan sun akka Samii fi dachiin adda fagaattu kana fagaatti” jedhan

[Silsilatu-Ssahiih : 563]

– Karaa Rabbii irratti Soommanuun mindaa gaarii(Rabbi malee namuu hin beyne) qabdi. Ibidda irraa bilisa nama baafti. Namni guyyaa 1 Soommane yoo badhaasa addaa kana arkate, maalayyaa nama Ramadaana guutuufi Soommana Sunnaa Soommanaa oolu. Shakkii malee boru gammaduuf jiraata jechuudha.

 Yaa Rabbi nurraa Qeebali.

Nuuralhudaa

Soora Qalbii Muslimaa

Back to top button