Qormaata Qormaata Qur’aanaa Kutaa 3ffaaAugust 12, 202240% 46 votes, 3.1 avg 394 1234567 Created on August 12, 2022 By nuuralhudaaQormaata Qur'aanaa Kutaa 3ffaaGaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu. 1 / 71. Afaan Arabaa keessatti Qubeewwan Qalqalaah jedhamuun beekaman kam fa? A. ق B. ط C. س D. ب E. ج F. ش G. د 2 / 72. Suuraan tun maal jedhamti? https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2022/08/081.mp3 A. Al-Ikhlaas B. At-Takwiir C. An-Naas D. An-Naazi'aat 3 / 73. Qaarii kana maqaan Eenyu?https://nuuralhudaa.com/wp-content/uploads/2022/08/112.mp3 A. Abdulwaduud Haniif B. Abdurrahmaan Sudeeysii C. Alii Abdurrahmaan Al Huzeeyfii D. Abdullaal Alii Jaabir 4 / 74. Biyyi maqaan isii Qur'ana keessatti ibsame tan ammas maqaa saniin yaamamtu tami? A. Sa'ud Arabiyaa B. Misr C. Ruum D. Faars Biyyi Maqaan isii Qur'aana keessatti ibsame tan ammas maqaa saniin yaamamtu biyya Misriiti.5 / 75. Aayaatul Kursiyyiin suuraa kam keessa jirti? A. Suuratul Baqaraah B. Suuratul Maryam C. Suuratul Imraan D. Suuratul Yuunus Aayaatul Kursiyyiin Suuratul Baqaraah keessatti argamti6 / 76. Afaan Arabaa keessatti Qubeewwan Al Izhaar jedhamuun beekaman kam fa? A. Hamzaa/ء B. Haa/ه C. Ayn/ع D. Deebiin hin jiru Qubeewwan Izhaar jedhaman Ø¡ هـ ع Ø Øº Ø®7 / 77. Dargaggoonni Rabbitti amanan, kan waggoota hedduuf saree isaanii wajji goda keessa Rafaa turan Qur'aana keessatti maqaa maal jedhuun ibsaman? A. Jundullaah B. Ansaar C. As'haabul Kahf D. Muhaajir Dargaggoonni Rabbitti amanan, kan waggoota hedduuf saree isaanii wajji goda keessa Rafaa turan As'haabul Kahf jedhamanii Qur'aana keessatti ibsaman.Your score isThe average score is 65%Qormaata kana nama birootiif sheer godhi! Facebook Twitter 0% IRRA DEEBI'I Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!See review Yaada Nuuf Gumaachi! August 12, 20224 Facebook WhatsApp Telegram Share via Email Print
Baayye baayye na gammachiiae garuu urjii 10000000000 sinii kenanntiree akka gammachiukootti jechuudha nadidee garuu itti fufaa jabaadhaaReply
Your point of view caught my eye and was very interesting. Thanks. I have a question for you.
Jabaadha Rabbiin Wa Undaa Kessatti Isini Wojjiin Hajiraatu
ماشاء الله
Baayye baayye na gammachiiae garuu urjii 10000000000 sinii kenanntiree akka gammachiukootti jechuudha nadidee garuu itti fufaa jabaadhaa