header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Qormaata

Qormaata Qur’aanaa Kutaa 3ffaa

0%
45 votes, 3.2 avg
355
Created on By nuuralhudaa

Qormaata Qur'aanaa Kutaa 3ffaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 7

1. Afaan Arabaa keessatti Qubeewwan Qalqalaah jedhamuun beekaman kam fa?

2 / 7

2. Biyyi maqaan isii Qur’aana keessatti ibsame tan ammas maqaa saniin yaamamtu tami?

3 / 7

3. Afaan Arabaa keessatti Qubeewwan Al Izhaar jedhamuun beekaman kam fa?

4 / 7

4. Dargaggoonni Rabbitti amanan, kan waggoota hedduuf saree isaanii wajji goda keessa Rafaa turan Qur’aana keessatti maqaa maal jedhuun ibsaman?

5 / 7

6 / 7

7 / 7

7. Aayaatul Kursiyyiin suuraa kam keessa jirti?

Your score is

The average score is 66%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!

One Comment

  1. Baayye baayye na gammachiiae garuu urjii 10000000000 sinii kenanntiree akka gammachiukootti jechuudha nadidee garuu itti fufaa jabaadhaa

Comment

Back to top button