Qormaata

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Waahee guyyoota kurnan zulhijjaa hangam beeyta? gaafilee muraasa kanaan beekumsa kee madaali

 

0%
4 votes, 4 avg
228
Created on By nuuralhudaa

Zulhijjaah

Gaafilee guyyoota kurnan Zulhijjaatiin wal qabatan

Gaafilee guyyoota kurnan zulhijjaatiin wal qabatan bifa qormaataatiin.

1. Zulhijjaan akka Kaalaandara Islaamaatti ji’a meeqaffaadha?

2. Waggoota keessaa irra caaltuun guyyootaa guyyoota kami?

3. Tawakkul jechuun maal jechuudha?

4. Magaalaan Baabiloon durii, ammaan tana biyya tam keessatti argamti?

5. Nabi Ibraahim (AS) ilma isaa gorra’uu akka qabu akkamitti beeksifame?

6. Guyyaan kurnaffaa kan ji’a zulhijjaa guyyaa maaliiti?

7. Guyyaan ji’a zulhijjaa 8ffaan guyyaa maalii jedhamuun beekama?

8. Muzdalifaan eessatti argama?

9. Yawm al Arafaa kan jedhamu guyyaa meeqaffaati?

10. Nabiyyallaah Ibraahim (AS) haadha warraa isaa Hajar (AS) fi ilma isii dachii tam keessatti dhiisee biraa deebi’e?

Your score is

The average score is 69%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Yaada qabdu nuuf gumaachi!

One Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Articles

Back to top button