header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Qormaata

Qormaata Salaataa Kutaa 2ffaa

0%
61 votes, 3.5 avg
482
Created on By nuuralhudaa

Qormaata Salaataa Kutaa 2ffaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

1. Salaanni Yoo roobni dide Salaatanii Rabbiin kadhatan maal jedhama?

2 / 5

2. Arkaana islaamaa keessaa salaanni meeqaffaadha?

3 / 5

Kamtu Ruknii Salaataati?
3. Deebii sirraa tahe hunda filachuu qabda

4 / 5

4. Namni osoo rafu salaanni jala dabre maal godha?

5 / 5

5. Sunnaaleen salaata waajibaa waliin salaataman (Rawaatibni) meeqa?

Your score is

The average score is 72%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!

One Comment

Comment

Back to top button