header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Qormaata

Qormaata Beekumsa Waliigalaa

0%
43 votes, 3.2 avg
494
Created on By nuuralhudaa

Qormaata Beekumsa Waliigalaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 10

1. Gaarri Everest eessatti argama?

2 / 10

2. Pilaaneetiin Lakkuu Lafaa (Earth’s twin) jedhamuun beekamtu Tami?

3 / 10

3. Magaalaan Guddoon Jaappaan maal jedhamti?

4 / 10

4. Rainbow ykn Sabbatni waaqaa halluu meeqa of keessaa qaba?

5 / 10

5. Pilaaneetiin irra xiqqoon tami?

6 / 10

6. Lafeen irra gabaabduun qaama namaa keessaa eessatti argamti? 

7 / 10

7. Namni yeroo duraatiif xayyaara hojjate eenyu?

8 / 10

8.

Dachii tana irra ardiiwwan meeqatu jira?

9 / 10

9. Namni yeroo duraatiif telefoona hojjatee badhaafame eenyu?

10 / 10

10. Lafeen akkaan dheeraan qaama keenya keessa jiru kami?

Your score is

The average score is 55%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. yoo si gammachiisuu dhabe ammoo urjii 1-4 keessaa hanga barbaadde kenni. galatoomi!

2 Comments

  1. Yaa warra Nuuralhudaa Rabbiin isinirraa haa jaalatu jechaa,gaaffilee nuuf dhiyeessitan sanniin addaan nu jalaa muruu(kutuu) keessaniif isin komadheera.

  2. Baay’ee gaariidha .garuu gaffiiwaan guyyaa guyyaan dhiyaatuu hin qabdan moo maaliif hin dhiyeessinee?wanta haarayaa nuuf dhiyeessaa

Comment

Back to top button