header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Qormaata

Qormaata Tafakkur

0%
11 votes, 3.1 avg
258
Created on By nuuralhudaa

Tafakkur

Qormaata Tafakkur

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 10

Category: Tafakkur

1. Billaachi Peacock butterfly jedhamu maaliin beekama?

2 / 10

Category: Tafakkur

2. Sirni daakinsa soorataa eessatti eegalama?

3 / 10

Category: Tafakkur

3. Oksijiiniin nuti hargannu maal irraa argama?

4 / 10

Category: Tafakkur

4. Gammoojjii Arkitiik keessatti baatii 2 guutuuf aduun hin dhiitu. gammoojjiin kun eessatti argama?

5 / 10

Category: Tafakkur

5. Biyyi daangaa garba guddaa hindiitti hin argamne tami?

6 / 10

Category: Tafakkur

6. Allaattiin kun kophaa isaa lafa hektaara 3 irra jiraata. Maqaan isaa maali?

7 / 10

Category: Tafakkur

7. Bineensi kun Liger jedhama.  bineensota 2 irraa argame. Bineensonni lameen kamiifi kami?

8 / 10

Category: Tafakkur

8. Bofni Black Mamba jedhamu maaliif Maqaa black jedhuun yaamame?

9 / 10

Category: Tafakkur

9. Rimayni Harree Kiang yeroo hagamiif tura?

10 / 10

Category: Tafakkur

10. Qaamni qilleensa funyaaniin seene somba lamaaniif qoodu maal jedhama?

Your score is

The average score is 56%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Yaada Nuuf Gumaachi

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button