Innaalillaahii Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun!!
Obboleessi Muslimaa Galmee Aman Asaffaa jalatti yakkamee hidhamee ture Huseen Roobaa Aakirame.
Huseen Roobaa galmee Amaan Asaffaa jalatti yakkamee hidhaan waggaa 6 itti murteefamee kan ture yoo tahu, Yeroo mana hidhaa keessa jiru dhukkubsatee hedduu dararamaa turuun isaa ni yaadatama. Eega mana hidhaa irraa hiikamee booda wa’aanaa turus , qadarri Rabbii gahee guyyaa sabatii February 3, 2018 aakhiramee, sirni awwaalcha isaatis guyyaa Alhadaa gaggeeyfamee jira.
Rabbiin Rahmata isaa haa godhu.
Lafti irra jiraannu tun irra caalaan isii bishaaniin uwwifamee jira. Lafa tanarraa Parsantii 71.6 kan…
Dachii tana keessa wantoota qaqqaalii heddutu jira. Gariin makiinaa, kaanis sa’aatii harkaa gatii haalaan qaalii…
Jaarraa tokko dura addunyaan tun akka har’aa hin turre. Haalli jiruufi jireenya ummataa, guddinni teknoolojiifi…
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee…