header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
Qormaata

Qormaata Salaataa Kutaa 3ffaa

0%
39 votes, 2.9 avg
330

Qormaata Salaataa Kutaa 3ffaa

Gaafilee hunda xiyyeeffannaan eega dubbistee booda deebisaa sirrii tahe qofa filadhu.

1 / 5

1. Salaanni Witrii yoom salaatama?

2 / 5

2. Salaanni imaltuu irratti gabaabsuun danda’amu kam fa?

3 / 5

3. Namni salaata keessatti suuraa Faatihaa irraanfatee eega sujuuda bu’ee booda yaadate maal godhuu qaba?

4 / 5

4. Salaanni Dirqamaa maal jedhama?

5 / 5

5. Salaanni yeroo imala deeman walitti hin hidhamne kami?

Your score is

The average score is 59%

Qormaata kana nama birootiif sheer godhi!

Facebook Twitter
0%

Qormaata qopheessutti jirru kana akkamitti madaalta. yoo haalaan si gammachiise urjii 5 nuuf kenni. Namoota birootiifis sheer godhuu hin irraanfatin. galatoomi!

5 Comments

  1. Rabbin issinirra ha jalattuu. Wan bareeda gootan. bakka namni dhufee irratti of madaluu fi barattuudha . Haala kanana nu dhiiyessuu keessaniif jazan keessa janatul furdosiin ha ta’u.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button