Oduu Ajaa'ibaa

Lammiileen Ameerika sababa dhugaatii kamriitiin du’an daran heddummaataa jiru.

Ameerikaa keessatti baay’inni namoota sababaa dhugaatii kamriitiin du’anii garmalee dabalaa akka dhufe,  “washingto post”eeruun barruun”Times”gabaase.

Akka qorannoo kanaatti sababa dhugaatii alkooliitiin, bara 2014 qofa namootni 30,700 ol kan du’an yoo ta’u, bara dabre ammo lakkofsi kun 37% dabaluu isaa qorannoon kun ibsee jira. Haaluma walfakkaatuun bara 2006-2010,  namootni 80,000 ol sababa dhukkuba  dhugaatii alkoliitiin kan du’an ta’uu qorannoon kun ifa godhee jira.

4 Comments

Comment

Related Articles

Back to top button