header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
EeshiyaaOdeeyfannooUSA

Ameerikaan buufatalee waraanaa 20 ol Suuriyaa keessatti kan bante tahuu Raashiyaan beeksifte

Ameerikaan buufataalee waraanaa 20 ol Suuriyaa naannoo finciltoonni Kurdistaan too’atan keessatti  akka dhaabdee fi Finciltoota kurdiitiif meeshaalee waraanaa hammayyaawaa ta’an kan dhiheessaa jirtu tahuu qondaalli waraana Raashiyaa hime.

Ejensiin Odeeyfannoo Raashiyaa RIA  jedhamu Aleksaandar Venediktov  miseensa mana maree nageenya Raashiyaa waabefachuun akka gabaasetti, Ameerikaan yeroo dhihoo asitti garee mootummaa Bashar Al-Asad waliin wal lolaa jiru kan Syrian Democratic Forces jedhamu fi garee finciltoota Kurdi YPG jedhamuuf hidhannoo fi leenjii kennaafi jirti.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button