-
Odeeyfannoo

Wirtuu Barnoota Diinii Islaamaa magaalaa Aliitti ijaaruuf sagantaan Tumsaa qophaayaa jira
Godina Baalee aanaa Agaarfaa magaalaa Aliitti Wiirtuu Barnoota diinii Islaamaa Daarul Hijraa ijaaruuf karoorri kan qabame yoo tahu , Waxabajjii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹Konfiransiin Islaamaa guddaan Magaalaa Asaalaatti geggeeffamaa jira
Konfiransiin kun hawaasa muslima magaalaa Assallaatiin kan qophaa’e yoo tahu, ulamaa’onni fi dargaggoonni godinaalee Oromiyaa gara garaa irra affeeraman irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Finfinnee keessa sochiin motorsaayikilii kan ugguramu tahuu ibsame
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Waxabajjii 30,2011 eegalee imbaasiiwwanii fi dhaabbiilee hayyama tajaajila poostaa qabaniin ala sochii motorsaayikiliin godhamu hunda kan ugguru…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Sirni Awwaalcha prezdant Muhammad Mursii Magaalaa Kaayirootti raawwatame
Prezdaant Dr Muhammad Mursii bara 2012 filannoo dimokraatawaa yeroo jalqabatiif Masri keessatti geggeeffameen filatamee kan ture yoo tahu, guyyaa kaleessa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹Majliisa Naannoo Oromiyaatiif hoggantoonni haaraya muudamuu beekame
Manni mare dhimmoota Islaamaa hoggantoota majliisa naannoo Oromiyaa duraanii hunda aangoo irraa buusuun, hoggantoota haaraya muude. Haaluma kanaan hoggantoota Majliisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kaayyoon hedduu fuudhuu karaa godhamteef maali?
Qophii: Usmaan Abdullaxiif Haqa isaanii eeguu dandeenyaan Shari’aan Islaamaa dhiiraaf hiree takkaa ol fuudhuu lafa keessee jirti. Hedduu fuudhuun karaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

“‹”‹Telefoonni Kaampaanii HUAWEI amma booda oomishamu tajaajila Facebook fi Google kan hin qabne tahuu quba qabduu?
Kaampaanii Telefoona SMART tahan oomishan Keessaa sadarkaa lammaffaa irratti kan argamu Kaampaanii Chaayinaa HUAWEI jedhamuun beekamu yoo tahu, biyyoota…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Lammiileen Keeniyaa 4 Biskileetaan Sirna Hajjii Bara 2019 irratti hirmaatuuf Magaalaa Naayiroobii irra kahan.
Lammiileen Keeniyaa Afran har’a Magaalaa Naayiroobii irraa kan ka’an yoo tahu, Kilomeetra 4500 qaxxaamuruun guyyaa 45 keessatti magaalaa Kabajamtuu Makkaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin walitti dhufeenya Ulamaa’ota Godina Baalee cimsuuf yaadame kibxata magaalaa Roobeetti ni jalqabama.
Konfiransiin kun guyyoota sadiif kan geggeeffamu yoo tahu, ulamaa’oonni godina Baalee 200 ol tahan irratti ni argamu jedhamee eegama. Ulamaa’oota…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Suurawwan Iid alfixrii bara 1440 (2019) Biyyoota Addunyaa garagaraa
Madiinaa Masjiida Qubaa Maleeziyaa Magaalaa Kuwaalalampuur Albaaniyaa Magaalaa Tiraana Kashmiir Magaalaa Katamanduu Turkiyaa Magaalaa Istaanbuli Indiyaa Magaalaa Mumbaay Libiyaa Magaalaa Triipoolii…
Guutuu Dubbisi »










