-
Odeeyfannoo

Walitti Bu’iinsa Godina Sidaamaa keessatti ka’een lubbuun nama galaafatamuu gabaafame
Naannoo kibbaatti gaaffii ummanni godina Sidaamaa naannoo tahuuf kaaseen wal qabatee, Kamiisa dheengaddaa irra kaasee magaalota fi gandoota baadiyaa godinicha…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad Badhaasa Chatham House Prize jedhamuuf kaadhimame
Badhaasni Chatham house kun waggaa dabre keessa walitti dhufeenya idil addunyaatiif fooyya’iinsi akka argamu, dhaabbilee ykn namoota shoora ol’aanaa bahaniif…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Xiyyaarri imaltoota Hajjii fe’atee bahuuf ture rakkoo teeknikaa muudateen haga ammaa Ityoophiyaa irra kan hin bahin tahuu beekame
Isniina dabre sagantaan geggeessaa imaltoota Hajjii iddoo hoggantoonni mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa fi Ambaasaadarri Sa’uudii argamanitti geggeeffamuu akkasumas imalli…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Selam Foundation Mana Marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaatiif deeggarsa birrii 300,000 kenne
Hoggansi Mana Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa ji’a tokko dura gara aangoo dhufe, rakkina bajataa isa qunnameen maallaqni miindaa hojjattootaa ji’a…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Imaltoota Hajjiitiif Sagantaan Geggeessaa godhame.
Sagantaa Geggeessaa kana irratti Ityoophiyaatti Ambaasaaddara mootummaa Sa’udii fi Prezidaantiin mana marii dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa argamanii jiran. Prezidantiin Mana Marii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee haga filannoon geggeeffamutti injinar Taakkala Umaa aangoo hoggansa magaalaa akka itti fufu murteesse
Injinar Taakkala Umaa I/A Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee tahuun waggaa dabre kan muudame yoo tahu, Manni Marii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee yeroo…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Hadiisa 10 qabeenya Umamaa fi kunuunsa Naannoo Ilaalchisee
Qophii: Abbaas Ibnul Islam Wantoota Yeroo ammaa Addunyaa Cinqaa jiru keessaa tokko haphachuu qabeenya uumamaa fi faalama qilleensaati. Sabaaba faalama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii dhalattoota Ityoophiyaa Ameerikaa keessa jiraatanii, namoota miidiyaalee haawasa irratti haasawa jibbansaa geggeessan seraan gaafachiisuuf sochii jalqabuu ibse
Dubbii himaan mana marii dhalattoota Ityoophiyaa Ameerikaa keessatti argamuu Obbo Amsaaluu Tsaggaayee ejeensii Odeeyfannoo Ityoophiyaatiif akka ibseeti, “Manni Marichaa mirga…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kolleejjiin Imaamu Shaafi’ii Marsaa 9ffaa Barattoota Barsiisaa ture eebbisiise
Kolleejjiin Islaamaa Imaamu Shaafi’ii Godina Arsii Aanaa Hexosaa Magaalaa Goondeetti kan argamu yoo tahu, Sabtii kaleessaa barattoota idilee 36 fi…
Guutuu Dubbisi »










