-
Odeeyfannoo

Baalaa Fanjii naannoo Benishaangul Gumuzitti dhaqqabeen namoonni 10 ajjeefaman
Balaan kun Makiinaa magaalaa Asoosaa irraa gara Toongoo nama 18 fe’atee imalaa ture irratti kan dhaqqabe yoo tahu, namni 10…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Magaalaa Mooyyalee Humni Federaalaa akka too’atu ajajamuu gabaafame
Lola hamaa godina Booranaa magaalaa Mooyyalee keessaatti hidhattonni naannoo Soomalee meeshaa waraanaa gurguddaan geggeessaa jiran hordofuun, humni Federaalaa magaalaatti akka…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lammiileen Oromoo Magaalaa Mooyyalee irraa buqqa’an rakkoo irra jiraatuu ibsan
Lola hidhattonni naannoo Somaalee magaalaa Mooyyalee keessatti geggeessaa jiraniin, namni heddu haala sukkanneessaa taheen ajjeefamuu akkasamus, lammiileen lakkoofsaan heddu tahan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Qaxar Wal dhabbii biyyoota ollaa waliin qabdu mariidhaan furuuf fedhii kan qabdu tahuu beeksiste
Amirri Qaxar Tamiim Bin Hammaad Al-Saanii Sabtii har’aa sirna baniinsa Foramii Dohaa irratti haasaya godheen, mootummaan Qaxar biyyoota Arabaa Sa’uudiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Miseensonni Koree hawaasa muslimaa ministera nageenyaa waliin mari’atan
Marii kanaan Koreen jijjiirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa dhimmoota hanga ammaa hojjate fi kanneen fuul duraaf hojjatuuf karoorfame irratti ibsi kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Maallaqni Seeraan alaa kuntaala 16 too’annaa jala oolfamuun gabaafame.
Maallaqni kun too’annaa jala kan oolfame godina Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo keessatti yoo tahu, maallaqni birrii miliyoona saddeettama tahu kuntaala…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sheikh Abdurrahiim Ahmad Dooyyoo Islamic University of Minnesota irraa Digrii lammaffaatiin eebbifaman
Ameerikaa kaabaa kutaa Minnesota keessatti Imaamaa fi Khaaxiba Masjiida Tawhiid kan tahan Sheikh Abdurrahiim Dooyyoo, Yuunivarsiitii “Islamic University of Minnesota”jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya biyyoolessaa duraanii lama to’aannaa jala oolan
Abbaan Alangaa Federaalaa ibsa baaseen, hoggantoonni ol’aanoon Tajaajila Basaasaa fi Nageenya Biyyoolessaa duraanii guyyaa hardhaa too’annaa jala oolan lamaan Obbo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Gimbiitti Du’aatota 250 tahaniif leenjiin diinii kennamaa jira
Godina Wallaggaa Lixaa magaalaa Gimbii masjiidal-Fathi keessatti, du’aatota 250 tahan kannen godinaalee Bunoo Baddallee,Wallaggaa Lixaa,Wallaggaa Bahaa fi Qeellam Wallaggaa irraa…
Guutuu Dubbisi »










