header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Maallaqni Seeraan alaa kuntaala 16 too’annaa jala oolfamuun gabaafame.

Maallaqni kun too’annaa jala kan oolfame godina Harargee lixaa aanaa Mi’eessoo keessatti yoo tahu, maallaqni birrii miliyoona saddeettama tahu kuntaala 16’n hidhamee Finfinnee irraa gara Dirree Dhawaa osoo geeffamaa jiru, Assaboot irratti kan too’atame tahuu odeeyfannoon arganne ni addeessa.

Maddi Odeeyfannoo: waajjira Dhimmoota kominikeeshinii mootummaa aanaa Mii’eessoo.

Mallaqa Seeraan alaa 1

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button