-
Odeeyfannoo

Lammiileen Ityoophiyaa 408 Yaman irraa gara biyyatti kan deebifaman tahuu gabaafame
Ministeerri haajaa alaa akka jedhetti, lamiileen Ityoophiyaa kunniin karaa seeraan alaatiin gara Sa’uudii imalaa osoo jiran Yaman keessatti qabamanii hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalota Godinaalee naannoo Oromiyaa gara garaa keessatti hiriirri mormii geggeeffame
Magaalota Godinaalee Oromiyaa heddu keessatti kaleessa irraa kaase hiriirri geggeeffamaa jiru guyyaa har’aatis cimee itti fufeera. Hiriira kana irratti jiraattonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Kibbaa Magaalaa Buttaa Jiraatti hiriirri mormii geggeeffame
Jiraattonni magaalaa Buttaa Jiraa fi naannawa isii, walitti bu’iinsa dhiheenya kana dhalattoota godina Guraagee aanaalee Masqaanii fi Maaraqoo keessatti umamee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dorgommiin Hifzii Qur’aanaa Sadarkaa Biyyoolessaatti geggeeffame xumurame
Dorgommii Hifzii Qur’aanaa kana Abbaas Hadii magaalaa Finfinnee irraa tokkoffaa bahuun Makiinaa badhaafame. Haydar Sayyiidii Jigjigaa irraa, akkasumas Abdulshakuur Badruu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manguddoon Naannolee Oromiyaa fi Somaalee irraa walitti dhufan dhimma nageenyaa irratti mati’aatuu gabaafame
Marii kana irratti manguddoon, Abbootiin amantaa fi qaamonni hawaasaa naannoolee lamaan irraa walitti dhufan, rakkoo naannoolee lamaan keessatti muldhataa jiru,…
Guutuu Dubbisi » -
USA

Ustaaz Abubakar Ahmad fi Ustaaz Badruu Huseen Konfiransii Wiirtuu Islaamaa Tawfiiqi irratti hirmaatuuf Ameerikaa seenaan
Wiirtuun Islaaamaa “Tawfiq Islamic Centre”jedhamuun beekamu Kutaa Minnesota magaalaa Minneapolis keessatti Konfiransii waggaa marsaa 18ffaaf November 30-Dec 2/2018 kan geggeessu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ajjeechaa daangaa Naannoo Oromiyaa fi Benshaangul Gumuz irratti raawwatame hordofuun hiriirri mormii geggeeffame
Lixa Oromiyaa keessatti ajjeechaa fi dararaan dhalattoota Oromoo irratti raawwatamu hammaatee kan itti fufe yoo tahu, daangaa naannoo Benshaangul Gumuuz…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaantiin Majliisa Naannoo Hararii Duraanii Toohannaa Jala Oolfame
Prezdantiin Majliisa Naannoo Hararii duraanii Muhammad Saabit eega aangoo irraa kaafamee booda, Qabeenya Majliisa magaalaa Harar deebisuu didee kan dhokatee…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Eebba Kitaaba Seenaa
ODUU GAMMACHIISAA Kitaabni Seenaa akkan hawataa ta’e Seenaa dabree fi jijjiirama haaratis walqabsiisee haala barumsi gaariin irraa argamuu danda’uun dhiheessu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhalattoonni Oromoo Naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii keessa jiraatan rakkoo hamaa keessa kan jiran tahuu ibsan
Walitti bu’iinsa fulbaana darbe Keessa naannoo Benshaangul Gumuz godina Kamaashii keessatti ka’e hordofuun, dhalattoonni Oromoo godinicha keessa jiraatan heddu ajjeefamuu…
Guutuu Dubbisi »










