-
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa Godina Booranaa Ganda Dhaarriitootti muudateen lubbuun nama hedduu darbe.
Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Ganda Dharriitoo jedhamutti konkolaataan boba’aa fi uummata walitti fe’ee Bulee Horaa irraa Mooyyaleetti imalaa ture, harree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’waa guddaan magaalaa Suruphaatti gaggeeffame.
Guyyaa har’aa godina Booranaa aanaa Goomolee magaalaa Suruphaatti sagantaan da’waa guddaan gaggeeffame. kaayyoon sagantaa kanaa madrasaa magaalattii keessatti argamu haaromsuufi,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guyyaa lamaaf turu Magaalaa Suruphaa keessatti Sabtii boruu kan jalqabamu tahuun beekame
Sagantaa da’awaa Godina Booranaa magaalaa Suruphaa keessatti geggeefamu kana irratti hirmaatuuf, Keessummoonni heddu biyya keessaa fi biyya alaa irraa gara…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Indiyaan Ittisa Misaa’elaa S-400 jedhamu Raashiyaa irraa bituuf walii galtee raawwatte
Prezdaant Vilaadmiir Puutiin walgahii idilee Raashiyaa fi Indiyaan waggaa waggaan waliin geggeessan irratti argamuuf, Khamiisa kaleessaa Indiyaa seene. Walgahichi guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan Magaalaa Kofaleetti geggeeffame
Sagantaan Da’awaa guddaan Jum’aa har’aa magaalaa Kofaleetti kan geggeeffame yoo tahu, hawaasni magaalaa kofalee lakkoofsaan heddu tahe sagantaa kana irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Buufatni Xiyyaara Baalee Roobee eebbifame
Bufatni Xiyyaaraa kun imala Finfinnee fi Roobe jidduu torbaanitti guyyaa sadi, Arba’aa, Jum’aa fi Alhada kan kennu tahuun beekameera. Imalli…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Korri Paartii Dimokraatawaa Amaaraa ibsa ijjannoo baasuun goolabame
Paartichi kora isaa 12ffaa guyyaa shaniif magaalaa Baahir Daaritti geggeessaa ture har’aa goolabe. Paartiin ADP kora isaa kana irratti hoggantoota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Namtichi Qur’aana Mana Fincaaniitti darbe hidhaa waggaa 12tiin adabame.
Namni yakka kana raawwate Girmaa Yittaagazaw jedhama. Jiraataa Godina Jimmaa Aanaa Saxxamaa Magaalaa Saxxammaati. Namni kun Kiristaanummaarraa gara Islaamummaa kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Naannoo Amaaraa Bulchaa jiru maqaa fi Asxaa jijjiirate
Paartichi kora isaa 12ffaa magaalaa Bahir Daaritti kan geggeessaa jiru yoo ta’u, maqaa duraanii Sochii Dimokiraatawaa Saba Amaaraa (Amhara National…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa duraanii Obbo Juneeydii Saaddoo sagantaa Araaraa fi Tokkummaa mana jireenyaa isaatti qopheesse
Obbo Juneeydii Saaddoo yeroo Ministeera Sivil Sarviisi fi Bulchiinsa Gaarii ture, gaaffii mirga amantaa hawaasni muslimaa kaase hordofuun rakkoolee uumamaniin…
Guutuu Dubbisi »










