-
Afrikaa

Bidiruun Lammiilee Ityoophiyaa fe’attee garba Hindii irra imalaa turte dhidhimuun lubbuun nama 7 galaafatame.
Qondaalli Poolisii Taanzaaniyaa tokko akka ibsetti, Bidiruun tun namoota 13 fe’attee qarqara Taanzaaniyaa irraa ka’uun garba Hindii irra qaxxaamurtee gara…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Garaa namaa keessaa Mismaarri 120 baafame
Hospitaala Pheexiroos kan magaalaa Finfinnee keessatti waldhaansa baqaqsanii hodhuu dargaggeessa umrii 33 tokkoof godhameen mismaarri 120, binkii 1, lilmoo 2,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dargaggoonni Walitti bu’iinsa magaalaa Finfinnee keessatti uumame hordofuun too’annaa jala oolfamaanii turan lakkifaman
Qophii Simannaa ABO ji’a fulbaanaa keessa magaalaa Finfinneetti godhamaa ture hordofuun, dargaggoonni magaalaa Finfinnee kutaalee magaalattii heddu keessatti akka simannaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa kaayyoon loltoota torbee darbe gara Masaraa mootummaa dhufanii jijjiirama biyyattii keessatti dhufe gufachiisuu ture jedhe
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad guyyaa har’aa mana maree bakka bu’oota Ummataatti argamuun, baniinsa Paarlaamaa irratti kallattii mootummaa Ityoophiyaa ilaalchisee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan Magaalaa Qarsaatti geggeeffame
Godina Arsii aanaa Muneessaa magaalaa Qarsaatti sagantaan Da’awaa guddaan kan geggeeffame yoo tahu, Ulamaa’onni fi Ustaazoonni hedduun sagantaa kana irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan marii Daa’iilee Islaamaa fi Barsiisota kiristaanaa jiddutti Aanaa Adaamii Tulluu keessatti gaggeeffame
Sagantaan marii kun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamii Tulluu ganda Urgoo macaafaa jedhamu keessatti geggeeffame. Mariin kun daa’ilee beekkamoo Ustaaz…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gareen Sumayyootaaf Bilaalotaa Ustaaz Abdurrahmaan Huseen Makiinaa badhaase.
Gareen Sumayyootaaf Bilaalotaa hundeessaafi hogganaa garee kanaa kan tahan Ustaaz Abdurrahmaan Huseen (Xaalibu Ridallaah) makiinaa hojii da’waatiif tahu bitanii badhaasan.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Addi Bilisummaa Oromoo dhimma hidhannoo hiikkatuu fi dhiisuu irratti marii mootummaa waliin godhaa jiru hin xumurre jedhe
Dhiheenya kana mootummaa fi qondaaltonni ABO dhimma hidhannoo hiikkachuu Waraana Bilisummaa Oromoo irratti yaada faallaa walii kennaa kan jiran yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Addi Bilisummaa Oromoo waraana isaa hidhannoo akka hiikkachiisu gaafate
Torbee darbe keessa hogganaan Addichaa obbo Daawud Ibsaa hidhannoo hiikkatuuf walii galteen mootummaa waliin godhame kan hin jirre tahuu ibsuun,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Israa’el ji’a dabre keessa qofa Falasxiinota 378 hiitee
Gareewwan mirga namoomaatiif falman 3 gabaasa Isniina har’aa baasaniin, Israa’el west bank fi Gaazaa irraa ji’a September keessa qofa Falasxiinota…
Guutuu Dubbisi »










