-
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Gareewwan Mormitootaa biyya alaa jiran biyyatti deebi’uun Siyaasaa biyyattii keessatti akka hirmaatan waamicha godhe.
Miseensonni paarlaamaa biyyattii torbee darbe keessa muummichi minnisteeraa haala yeroo ammaa biyyattiin keessa jirtu irratti akka gabaasa dhiheessu gaafatan. Kanuma…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Bidiruun Namoota 18 fe’attee laga Awaash cehaa turte dhidhimuun namoota 6 achi buuteen dhabame
Balaa kanaan hanga ammaatti reeffi nama tokkoo kan argame akka tahee fi namoonni 11 ammoo miidhaan cimaan isaan irra osoo…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Breaking News; Labsiin Yeroo muddamaa akka ka’u murteeffame.
Manni maree Ministeerotaa walgahii idilee isaa harra geggeesseen, labsiin yeroo muddamaa akka ka’u murteesseera.
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dargaggoonni Magaalaa Awwadaay irraa qabamanii mana hidhaa Dirree Dhawaatti hidhaman ammas mana murtii deddeebifamaa jiru
Dargaggoonni kunniin weerara liyyuu pooliisiin naannoo Somaalee daangaalee Oromiyaa keessatti geggeessan hordofuun, dhalattoota Somaalee magaalaa Awwadaay keessa jiraatan ariitan akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hoogganaa paartii Ginboot 7 obbo Andargaachawu Tsiggee dabalatee namoonni 500 ol hidhaa irraa lakkifaman
Hoogganaan olaanaa Dhaabbata Ginboot 7 obbo Andaargaachawu Tsiggee mootummaa Itoophiyaatiin himatamee bakka inni hin jirretti adabbiin du’aa itti murtaayee ture.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hojjattoonni Mootummaa Godina Arsii Lixaa fi magaalaa Shaashamannee Haaj Hasan Gammadaa Ziyaaran
Hojjatoonni muslimaa waajjiraalee mootummaa keessa hojjatan kunniin Ziyaara isaanii kan geggeessan Sabtii kaleessa yoo tahu, aalima keenya guddaa Haaj Hasan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waraanni Isra’eel Isniina har’aa Falasxiinota 40 ol ajjeese
Waraanni isra’eel isniina har’aa Falasxiinota daangaa gaazaa irratti mormii geggeessaa jiraan irratti dhukaasuun yoo xiqqaate namoota 40 ol kan ajjeessan…
Guutuu Dubbisi »







