-
Eeshiyaa

Walitti gaarrifannaan Sa’uudii fi Iiraan jiddutti hammaataa dhufe baha jiddu galaa keessatti sodaa guddaa uumee jira
Mootummaan Sa’uudii haleellaa torbee dabre buufata boba’aa biyyattii irratti raawwatame ilaalchisee har’a ibsa kenneen, haleellaa sana Iiraan raawwachuu shakkii cimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Lammiileen Masri Bulchiinsa Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi mormuun hiriira geggeessaa jiran
Lammiileen Masri Jum’aa kaleessaa irraa jalqabee bulchiinsa Prezdaant Abdulfattaah Al-Sisi irratti mormii cimaa kan jalqaban yoo tahu, ummanni kumaatamaan lakkaahamu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ityoophiyaan humna elektirikaa teeknolojii Niwkilariitiin maddu fayyadamuuf walii galtee mallatteessite
Ityoophiyaan wal gahii Ejensiin Humna Atoomikii Idil Addunyaa  Oostiriyaa magaalaa Veenaa keessatti qopheesse irratti kan hirmaataa jirtu yoo tahu, wal…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mariin dhimma hidha Laga Abbaay ilaalchisee Kaayirootti geggeeffame walii galtee malee xumuramuu ibsame
Ministeeronni Bishaanii Ityoophiyaa, Masri fi Suudaan dhimma laga Abbaay ilaalchisee mariin guyyaa lamaaf Kaayiroo keessatti geggeessaa turan, Â walii galtee malee…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Balaa ibiddaa Laaybeeriyaa keessatti muudateen barattoonni hifzii Qur’aanaa 27 ol du’uu gabaafame
Balaa mana barnoota hifzii qur’aanaa magaalaa Monoroobiyaa irraa kilomeetra 11 qofa fagaatee argamu keessatti halkan edaa muudateen, barattoonni 27 du’uu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Meeksikoo keessatti iddoon reeffi namoota 29 jumlaan itti awwaalame argame
Qondaaltonii Meeksikoo akka jedhanitti, Awwaalli jumlaa kun kan argame qarqara magaalaa Guadalajara jedhamtu tan lixa biyyattiitti argamtuu keessatti yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sa’uudiin waajjira qonsilaa Istaanbul kan gaazexeessaan keessatti ajjeefamee ture gurguruu gabaafame
Dhaabbanni Televizhiina Turkiyaa Habeturk jedhamu akka gabaasetti, Sa’uudiin waajjira qonsilaa isii Istaanbulitti argamu kan gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii bara dabre keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa warshaa boba’aa Sa’uudii irratti raawwatame hordofuun gatiin bobaba’aa dabaluu gabaafame
Haleellaa Sabtii dheengaddaa warshaalee boba’aa Sa’uudii lama irratti raawwatame hordofuun, Sa’uudiin boba’aa gabaa addunyaatiif dhiheessaa turte 50% kan xiqqeessite tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha guddicha laga Abbaay irratti marii jalqaban
Ministeeronni Bishaanii biyyoota sadeenii dhimma hidha laga Abbaay irratti har’a Kaayiroo keessatti marii kan jalqaban yoo tahu, haaluma kanaan jilli…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ummanni Tuniiziyaa Prezdaantii biyyattii filachuuf sagalee kennuu jalqabe
Tuniiziyaan Prezdaant Sa’id Beejii kan yeroo jalqabatiif karaa dimokraatawaa taheen filatamee ture, kan July dabre amrii ta’e bakka buusuudhaaf, filannoo…
Guutuu Dubbisi »










