-
Eeshiyaa

Xaalibaan mariin nageenyaa Ameerikaa waliin geggeessaa jiru walii galteen xumuramuuf kan dhihaate tahuu ibse
Xaalibaan fi Ameerikaa marii nageenyaa marsaa saglaffaa Qaxar magaalaa Dohaa keessatti kan geggeessaa jiran yoo tahu, mariin ammaa kun lola…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Muummichi ministeera Briteen Paarlaamaa biyyattii torbaan shaniif kan ugguru tahuu beeksise
Muummichi ministeera Briteen Boris Johnson karoora biyyattiin gamtaa Awrooppaa keessaa bahuuf jalqabde galmaan gahuuf jecha, danqaa paarlaamaa biyyattii irra isa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Prezdaantiin Iiraan hanga Ameerikaan qoqqobbii biyya isaa irra keette kaastutti Traamp waliin kan hin mari’anne tahuu ibse
Prezdaantiin Iraan Hasan Rohaanii Prezdaant Traamp yoo marii nu waliin jalqabuu barbaade, uggura Iiraan irra kaa’e hunda kaasuuf tarkaanfii jalqabaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mootummaan Biraaziil Ibidda Bosona Amaazoonitti qabate dhaamsuuf deeggarsa maallaqaa Gareen biyyoota G-7 kenne hin fudhu jedhe
Hoggantoonni biyyoota duroomanii G7 jedhamuun beekaman, Faransaay keessatti kora geggeessaa kan turan yoo tahu, kaleessa xumura kora isaanii irratti ibidda…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi Ministeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hujii Kooriyaa Kibbaa xumuruun gara Jaappaan imale
Dr Abiy Ahmad wal gahii Tumsaa Jaappaan fi Afrikaa (TICAD) jedhamu kan hoggantooni biyyoota Afrikaa 42 muummicha ministeera Jaappaan Shinzo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeraa Dr. Abiy Ahimad fi Prezdaantiin Kooriyaa Kibbaa Moon Je-in hariiroo biyyoota lamaanii cimsuuf waliigalan
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad affeerraa mootummaa Kooriyaa Kibbaattiin biyyattii kan daawa’ataa jiru yoo tahu, har’a Prezdaant Moon Je-in waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad daaw’annaa hojiitiif gara Kooriyaa Kibbaa imale
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad affeerraa prezdaantii Kooriyaa Kibbaa irraa dihaateen halkan edaa garasitti kan imale yoo tahu, har’a ganama magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Emreets prezdaantii Indiyaa meedaaliyaa biyyattii ol’aanaa badhaase
Prezdaantiin Indiyaa Narendiraa Modi Sabtii har’aa gara Abu Daabii imaluun, meedaaliyaa kabajaa ol’aanaa harka Amiira Emreets Muhammad Bin Zayid…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan wixinee labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo raggaasise
Manni marii bakka bu’oota ummataa walgahii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, wixinee labsii filannoo biyyalessaa fi galmee paartilee siyaasaa, akkasumas naamusa filannoo…
Guutuu Dubbisi »










