-
Eeshiyaa

Ameerikaa fi Xaalibaan marii araaraa marsaa saddeetaffaa Dohaa keessatti jalqaban
Lola Afagaanistaan keessatti waggoota 18 dabran Xaalibaan fi Ameerikaa jiddutti geggeeffamaa jiru dhaabuuf, mariin nageenyaa Qaxar keessatti ji’a kudhan dura…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

SALAATA IIDAA
Salaata Iidaa kan jennuun salaata guyyaa Iidal Faxrii fi Iidal Ad’haa (Arafaa) Salaatamu, kan salaata waajibaa guyyaa guyyaan salaatamuun adda…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa finciltoonni Huusii buufata waraana Yaman irratti raawwattaniin loltonni mootummaa heddu kan ajjeefaman tahuu gabaafame
Haleellaan kun Khamiisa har’aa Kibba Yaman magaalaa Adan keessatti buufata waraanaa Al Jalal jedhamu, kan mootummaa Emreetiin deeggaramu irratti kan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kaabaa torbaan tokko keessatti yeroo lama yaalii Misaa’elaa geggeessuu gabaafame
Qondaaltonni Waraana Kooriyaa Kibbaa akka jedhanitti, Kooriyaan Kaabaa misaa’ela fageenya gabaabaa furguuggeeffamuu torbaan kana keessa yeroo lama gama baha biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan dhimma Mana Maree Finfinnee fi Dirree Dhawaa, akkasumas filannoo naannoo irratti yaada murtii dhiyaate raggaasise
Paarlaamaan miseensota boqonnaa irra jiran yaamuun walga’ii ariifachiisaa har’a gaggeesseen, dhimmoota Mana Maree Finfinnee fi Dirree Dhawaa, akkasumas filannoo naannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xiyyaarri waraana Paakistaan naannawa manneen jireenyaa irratti kufe lubbuu namoota 17 ol galaafate
Xiyyaarri Waraana Paakistaan naannawa magaalaa Rawalpiindii keessatti ganama har’aa leenjii irra ture manneen jireenyaa irratti kufuun, yoo xiqqaate lubbuun nama…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad jiraattota magaalaa Wolaaytaa Sooddoo waliin mari’ataa jira
Dr. Abiy Ahmad har’a ganama gara Naannoo Kibbaa imaluun magaalaa Arbaa Micitti duula biqiltuu dhaabuu irratti eega hirmaatee booda, gara…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Kaabaa Nayjeeriyaa keessatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin namoonni 65 ajjeefaman
Kaaba Baha Nayjeeriyaa kutaa Borno keessatti haleellaa guyyaa kaleessaa hidhattoonni ummata sirna awwaalchaa irra ture irratti raawwataniin, yoo xiqqaate namoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Marii Ulamaa Ityoophiyaa hawaasni Muslimaa duula biqiltuu dhaabuu irratti dammaqinaan akka hirmatu yaamicha godhe.
Yaamicha Mummichi Ministeera Abiy Ahmad irraa Adoolessa 22/2011 guutuu biyyaatti biqiltuu miliyoona dhibba lama guyyaa tokkotti dhaabuuf godhame hordofuun, duulli…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sa’uudiin dhibee iboolaa Kongoo DRC keessatti ka’een wal qabatee hujjaajota biyyattii Viizaa dhoorkatte
Mootummaan Sa’uudii dhibeen iboolaa akka haarayaatti Kongoo-DRC keessatti ka’e, sodaa hawaasa addunyaa tahuu, labsii Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa WHO’n torbee dabre…
Guutuu Dubbisi »










