-
Awrooppaa

Faransaay Dhaabbilee teeknoolojii gurguddoo irra kaffaltii gibira dabalataa keette
Paarlaamaan Faransaay Google fi Facebook dabalatee dhaabbilee teknoolojii irratti dabalataan gibira 3% kan labse yoo tahu, Ameerikaan murtii Faransaay kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Laammileen Ityoophiyaa 132 Yaman keessatti ugguramanii turan gara biyyaa deebifaman
Dhaabbanni Godaantota Addunyaa (IOM) akka ibsetti, lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa Yaman keessatti ugguraman jiddu 132 har’a gara biyyatti deebifamanii jiran.…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin shaakala waraanaa geggeessuuf tahuu beeksiste
Shaakalliin waraanaa Justified Accord 2019 jedhamee moggaafame kun July 15-31/2019 Ityoophiyaa keessatti kan geggeeffamu yoo tahu, Ityoophiyaa dabalatee biyyoonni Afrikaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad ministeerota Haajaa Alaa Finland fi Kooriyaa Kibbaa simachuun waliin mari’ate
Muummichi Ministeeraa Dr. Abiy Ahmad ministeera haajaa alaa Finland Peekaa Haaviisto har’a ganama waajjira isaatti simachuun, dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan Ityoophiyaa walgahii ariifachiisa geggeesseen bajata bara 2012 raggaasise
Paarlaamaan Walgahii guyyaa har’aa geggeesseen karoora bajata bara 2012 dhiyaateef irratti mari’achuun sagalee guutuun raggaasise. Haaluma kanaan Manni Maree Bakka…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Bidruun baqattoota fe’atte waliin galaana irratti ugguramtee turte Xaaliyaan seente
Dhaabbannii baqattoota gargaaru kan Mediterranean Serving Human jedhamuun beekamu, Khamiisa dabre Bidiruun dhaabbatichaa baqattoota 54 kanneen balaa galaana Medtiraaniyaan irratti…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Iiraan Markabni Briteeniin uggurame hatattamaan yoo kan hin lakkifamneef tahe, tarkaanfii haloo bahuu kan fudhattu tahuu akeekkachiiste
Humni galaana Briteen Khamiisa dabre Markaba Iiraan qoqqobbii gamtaa Awrooppaa cabsuun boba’aa fe’attee gara Suuriyaa imalaa turte, qarqara Gibraltar keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Muummichi ministeeraa Dr Abiy Ahmad badhaasa nageenyaa ‘UNESCO Peace Prize”jedhamu injifate
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad eega gara aangootti dhufe asitti jijjirama biyya keessatti dhufaa jiru hogganuun, akkasumas naannawa baha Afrikaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Manni Marii Waraana Suudaan fi Gamtaan Mormitootaa aangoo mootummaa ce’umsaa addaa qoodachuuf walii galan
Qondaaltonni waraana biyyattii fi hoggantoonni gamtaa mormitootaa guyyaa lamaan dabran wixinee araaraa Ityoophiyaan Gamtaa Afrikaa waliin qopheessite irratti kan mari’ataa…
Guutuu Dubbisi »










